A Station for Everyone
Play Live Radio
Next Up:
0:00
0:00
0:00 0:00
Available On Air Stations

Oromo News 06.18.21

Oromo News 06/18/2021

Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.

Nebraska fi South Dakota ayyaana federal Juneteenth kabajuudhaf har’a barrii  biirrowan State cufanii jirani. Juneteenth ayyaana United State keessati bara 1865, June 19 irraa jalqabe nama gabroomsu dhaabamun kan kabajamuudha.

Haataumalee, Governor Iowa Kim Reynolds waaye Juneteenth irraa homa hin dubanne. State ayyaana kana bara 2002 irraa ayyanefachuu kan jalqabaniidha, haatau malee hojattooni guyyaa kafalamee kan dalagaa hafanidha.

Reynolds guyyaa kaleessa qarqaarsa Police irrati faramtee jirti. Sochii mormii murtaahe fi wanjalaa guddaa kan uf keessa qabuudha.

Olympian fi Sioux City native Shelby Houlihan har’aa dorgommii Amerikati hin dorgomani. Warri fiiydota akka social media irrati himanitti abukaato isaani akka jarri emergence injection fudhatan hanga deebi qorannoo drug waggaa afur booda deebiuf deebin kunis drug irraa qulqulluu tauu qaba. Wanni kun hin uumamne garuu gara fulduraati uumamu nimala. Houlihan qorannoo December osoo hin godhin seati 10 dura bakka pork burrito jedhamu tokkoti ittigaafatamummaa godhani jiru.

Walitti qabaan guyyaa sanbata bakka park tti guyyaa har’aa akka gabaasetti festival sirbaa kan waggaa irraa xiqqo akka jijjiire hime. Akka seera CDC haguugi fuula godhachuun filannoo abba akka taeefi addaan fageenya ufii eegachun akka barbaachisuu himan. Ticketii kan barbaachifne yoo tau garuu namni walgahuu dafee akka dhufu kan gaafatamaniidha.

Span waggaa kana kan Grandview park iraa July 2nd fi 3rd kan geggeefamuudha.

Guluffiin farad Atokand Park kan South Sioux City keessati akka qaraa irra kan  karoorfame qabame July 10th beelamame jira.

Ho-Chunk Inc track qabame guyyaa sadihiif dorgommii ni godha.

Atokad hayyama  kennuudhaf yoo xiqaate waggaati dorgommiin guyyaa tokko akka godhamu qabu himan.

Mana qumaara fulduraa waggaa sagalii banuudhaf Ho-Chunk fudhate jira. Karoorri sun erga filatame booda November keessa murtaahe jira. Ho-Chunk manneen qumaara South Sioux City, Lincoln, fi Omaha keessati guddisuu jira.

Fatiya has worked for Mary J. Treglia Community House since 2013. She enjoys working at MJTCH because the work she does is life changing. Fatiya has pursued a degree in Early Childhood Education and has recently found a passion for immigration and refugee services. Fatiya has many hats at Mary J. Treglia Community House, and she speaks 4 different languages! Immigrating as a refugee from Ethiopia herself, she knows the struggle that people face when entering a new country.
Related Content
  • Oromo News 06/17/2021Akaam, galatoomi caqasuu dhaaf, kuni Oduu Siouxland Public Miidiyaa Oromiffan Anii Fatiya.Governor Iowa Kim Reynolds seera “Back the…